Oromia history
My blogs
| Gender | Male |
|---|---|
| Location | Jida, Oromia, Ethiopia |
| Introduction | Oromoon saba guddaa hortee kuushii. Gaanfaa Afrikaa keessaas sabni guddaan akkaa isaa hin jiruu. Afaan saba kanaas ummaata hedduun dubbaatama. Seenaa dudhaas kan sabni addunya hin qabnee qaba. Ta'uus sabni guddaan akkaas kun saba xiqqaa ta'een seenaan, Aadaan, dudhaan isaa jalaa bada turee. Nuutis seenaa kanaa barree barsiisuuf kayyeeffaannee |
| Interests | Kayyoon guddaan website keenyaa seenaa Gootota oromoo sii dhokaatee jiruu ifaatti baasuu ,sii bahee jiruu immoo jajjaabeessuu fi Adduunyaa dhaaloonni horoofti akkaa beekuu taasisuu |
If you could peer far enough into the night sky, you'd see a star in any direction you looked. When would you sleep?
Seenaa ummaata keenyaa guddisuu maal gochuu qabna?
